|
|
Songs | Albums | Album Arts
Song: | Ça |
Album: | Totem | Genres: | misc |
Year: | 2007 |
Length: | 402 sec |
Lyrics:
'I See The Light' Robi i X Young Azaziel Halkan guutuu irriba dhabee itun yaadu Yeroo yeroon yerookoo itun ilaalu Takka gara mirgaa takka gara bitaa itun galagalu Takka muziqaadhaan takka callisuudhaan ituun rafuu yaalu Waan sammuukootti?dhufu?didee?rafuu Takka gara bahaa?takka gara lixaa?ituman imaluu Yaada bayyee Gaabbii bayyee Ganuu bayyee Mataa dhukkubbiinkoo natti ka'e Ano du'e ituun jedhuuuuu Iifan argee(x3) naaf bari'e Iifan argee(x3) naaf bari'e Halkanichi darbeeraa kuno naaf bari'eeraa Dukkanichi darbeeraa kuno naafoo ifeeraa Yeroonkoos ga'eeraa har'i kankoo ta'eeraa Yeroonkoos dhufeeraa Guyyaan kankoos ga'eeraa Isa darbe dhiiseetan fiiguu egalee Gad of qabu dhiiseetan hojii jalqabe Bar fiiguu egaleeraa Abjukootti dhiyaadheeraa Ofiikoof murteesseeraa Murtoo koonis ifa argeeraa! Iifan argee(x3) naaf bari'e Iifan argee(x3) naaf bari'e
|
All lyrics are property and copyright of their owners.
2025 Zortam.com
|